Nigusuu Taammiraat – Jaalala Dhugaa

1 Star2 Stars3 Stars4 Stars5 Stars (11 votes, average: 3.09 out of 5)
Loading ... Loading ...

Nigusuu Taammiraat – Jaalala Dhugaa

3 Responses

  1. siyoum

    October 23rd, 2011 at 12:45 am

    1

    keep up the good job

  2. keebe Guddina

    October 25th, 2011 at 6:19 am

    2

    Nugusuun sirba Weellissa jallatama fi kabajamaa Abbittoo Kabbadda haala kanaan hammayyeessite kilipiin hojachuun kee waan dansa! Sirboonni wallistichaa osoo hin nuffamin dhaloota dhalootatti kan dabraniidha. Haala kanaan hammayyeessun ammoo daranu akka jaalataman godha. Sagaleen kettilleen kan isaa caala jechuus baadhu, baayee bareeda dha! Garuu iddoo tokko tokkotti Walaloo wallisaan fayyadame jajjali’isuutu mul’ata. FKN “Muka Baddaa Baala Nyaatu naaf ergi baala wallee’ensuu. Quba qabda waan na raasu naaf ergi waan na jabbeessu” isa sirba weellisticha keessa jiru yoo ta’u. Ati ammoo kan jechaa jirtu! ‘Muka Baddaa Baala Nyaatu naaf ergi baala wallee’ensuu. Muka qabda waan na raasu naaf ergi waan na jabbeessu’ Jecha quba qabda jedhu ati Muka qabda jette!!! kun gutummaa gututtii erga sirba sana jijjiira. Afaan oromoo keessatti illee hiika hin qabu! Kanaaf wantoota akkasii yeroo qayyabattu of eegannoon ta’uu qaba jechuu barbaaden!
    Warri AdisZefen post gochuu keessaniif galta argadha! hujiin teessan gaari jajjabaadha!

  3. Seyfudin

    May 16th, 2012 at 10:19 am

    3

    Eyee sirabi isaa hundu qalabi nama fudha!


RSS feed for comments on this post

Share your comments





*